● Ciroo, Harargee Lixaa, Oromiyaa, Itoophiyaa Chiro,West Hararge, Oromia, Ethiopia ቺሮ፣ ኦሮሚያ፣ ኢትዮጵያ
◎
BULCHIINSA GODINA
HARARGEE LIXAA
WEST HARARGHE ZONE
ADMINISTRATION
የምዕራብ ሐረርጌ
ዞን አስተዳደር
Uummata Tajaajiluu · Misooma Cimsuu · Fuuldura Ijaaruu Serving People · Driving Development · Building the Future ሕዝብን ማገልገል · ልማትን ማጠናከር · የወደፊቱን መገንባት
West Hararghe Zone Administration
West Hararghe Zone Administration

Waajjiraalee Godinaa

Waajjiraalee mootummaa Godina Harargee Lixaa, tajaajila uummataa, odeeffannoo fi qunnamtii isaanii karaa dijitaalaa argadhaa.

Bulchiinsa Godinaa

Waajjiraalee Mootummaa

Waajjira isin barbaaddan filadhaa; odeeffannoo fi tajaajila isaa ilaalaa.

01 Waajjira Bulchiinsa Godinaa

Waajjira Bulchiinsa Godinaa

Zone Administration Office

Bulchiinsa waliigalaa Godinaa fi qindoomina hojii mootummaa Godina Harargee Lixaa.

See More →
02 Waajjira Qonnaa

Waajjira Qonnaa

Agriculture Office

Qonna, horsiisa, oomisha qonnaa fi misooma qabeenya uumamaa deeggaru.

See More →
03 Waajjira Galii

Waajjira Galii

Revenue Office

Galii mootummaa fi tajaajila kaffalaa sirnaan qindeessuu.

See More →
04 Waldaa Hojii Gamtaa

Waajjira Waldaa Hojii Gamtaa

Cooperative Office

Waldaalee hojii gamtaa cimsuu fi tajaajila miseensotaa qindeessuu.

See More →
05 Waajjira Daldalaa

Waajjira Daldalaa

Trade and Commerce Office

Daldala, gabaa fi tajaajila daldaltootaa qindeessuu.

See More →
06 Waajjira Geejjibaa

Waajjira Geejjibaa

Transport Office

Tajaajila geejjibaa fi sochii geejjibaa naannoo qindeessuu.

See More →
07 Carraa Hojii Uumuu

Waajjira Carraa Hojii Uumuu

Employment and Job Creation

Carraa hojii uumuu fi dargaggoota hojii irratti bobbaasuu deeggaru.

See More →
08 Waajjira Mallaqaa

Waajjira Mallaqaa

Finance Office

Baajata, bulchiinsa maallaqaa fi qabeenya maallaqaa mootummaa qindeessuu.

See More →
09 Waajjira Nageenyaa

Waajjira Nageenyaa

Security Office

Nageenya uummataa fi qindoomina hojii nageenyaa Godinaa.

See More →
10 Waajjira Milishaa

Waajjira Milishaa

Militia Office

Hirmaannaa hawaasaa fi hojii nageenya hawaasaa keessatti qindoomina.

See More →
11 Waajjira Qunnamtii

Waajjira Qunnamtii

Communication Office

Qunnamtii uummataa fi odeeffannoo mootummaa karaa dijitaalaa tamsaasuu.

See More →
12 Aadaa fi Turizimii

Waajjira Aadaa fi Turizimii

Culture and Tourism Office

Aadaa, seenaa, hambaa fi qabeenya turizimii Godinaa kunuunsuu fi beeksisuu.

See More →
13 Waajjira Buusaa Gonofaa

Waajjira Buusaa Gonofaa

Emergency Support and Recovery

Balaa uumamaa fi nam-tolchee keessatti deeggarsa, baraaruu fi deebisanii ijaaruu qindeessuu.

See More →
14 Waajjira KMD

Waajjira KMD

Planning, Development and Economic Office

Misooma fi diinagdee Godinaa irratti hojiiwwan qindeessuu.

See More →
15 Waajjira EGRBH

Waajjira EGRBH

Social Basic Records and Protection

Ragaa bu'uuraa hawaasaa fi tajaajila odeeffannoo hawaasaa qindeessuu.

See More →
16 Waajjira PSMQN

Waajjira PSMQN

Human Resource Service and Development

Qabeenya namaa, tajaajila hojjettootaa fi misooma dandeettii qindeessuu.

See More →
17 Waajjira Fayyaa

Waajjira Fayyaa

Health Office

Tajaajila fayyaa fi fayyaa hawaasaa Godinaa qindeessuu.

See More →
18 Waajjira Barnootaa

Waajjira Barnootaa

Education Office

Barnoota, manneen barnootaa fi tajaajila barnootaa Godinaa qindeessuu.

See More →
Waajjirri hin argamne Maaloo maqaa Waajjiraa biraa yaali.

Godina Harargee Lixaa

Odeeffannoo fi tajaajila mootummaa karaa dijitaalaa argadhaa.

Qunnamtii →